Jump to content

Ooksijiinii

Wikipedia irraa
Keessa deebiin kun gaafa 20:59, 28 Adooleessa 2010 Xqbot (dubbadhu | gumaacha) irratti (ሎሌ ማስተካከል: yo:Ọ́ksíjìn)

Science kessatti, oxygen iin elementii kemikalla symbol kemikala O fi atomic number 8 qabu dha. Maqaan oxygen jedhamu kuni burqaa Afaan greek lama irra dhufee, kunis oxys - asid fi -genēs - midhagsa jedhamaan irra dhufee. Gara jalqabaa century 18ffa irratti, Antoine Lavoisier kan jedhamu, maqaa oxygen, burqaa lameen afaan greek olitti ibsamaan irratti hunda'udhaan maqaa kana baseef kunis oxygeniin waan asidiin hundumaa kessatti argaman se'eet. Ergaa suniin bodaa garuu hikaan asidii jijjiramerra. Oxygeniin valency 2 qaba. Lafa irratti oxygeniin kunii elementotta biraa wajjin kovalentiin yokan ionikiin walit-qabame argama. Fakkenii kompawundotta oxygen ofii kessa qabani bishaan (H2O), biyee (silica, SiO2), fi bututu sibila zagu (iron oxide, Fe2O3).

Oxygeniin diatomic (O2) ta'e kunii kutta qillensa guggudo lameen kessa tokko dha. Kunii immoo yerro photosynthesis plantiin yoo bafamuu, bineensottaf immo aerobic respiration kessatti isaa barbaduu. Kunii immo Anaerobic organismsiif waan hamma yoo ta'u lubbu qabatotta yerro duraaf jiracha turaanin akka kosii (waste) hamma bafama turee.

Oxygeniin triatomic (ozone, O3) ta'ee kunii radiation kessaan kan umamuu yoo ta'u kunis kutta atmosferra gubbat umama, kunis UV radiation nurra dhowuun nu qarqara.