Jump to content

Garaagarumma foyyeeffata "USA" gidduu

Wikipedia irraa
Content deleted Content added
b robot Adding: mhr:АУШ
Sarara 121: Sarara 121:
[[mdf:Америконь Аймакнень Соткссна]]
[[mdf:Америконь Аймакнень Соткссна]]
[[mg:Etazonia]]
[[mg:Etazonia]]
[[mhr:АУШ]]
[[mi:Hononga-o-Amerika]]
[[mi:Hononga-o-Amerika]]
[[mk:Соединети Американски Држави]]
[[mk:Соединети Американски Држави]]

Foyyeeffata hamma 11:44, 21 Adooleessa 2009

Allaba USA
State USA kessatti argaman

United States of America federal constitutional republic dhihaa hemisphera yoo tattu "state" 50 fi "territory" (biyya akka Island) bayye ofii kessa qabdi. "Liberal Democracy" biyyi yokan annan guddon Washington, D.C. dha. Stetotni afurtami sadetti kan North Americat jiddu Pacific fi Atlantic Oceanitti kan argaman yoo ta'an, kabban biyya Canadatin, kibban Mexicon dangefamanii argamu. Stetotni birra laman immo Alaska fi Hawaii dha. Alaskan kabba-dhihaa ardii North Americatti argamtu yoo tattu bahan immo Canadan dangeffamte argamti. Hawaiin immo mid-Pacificitt (jiddu Pacific) argamti.

Ballina lafa 3.7 million square miles callu (9.6 million km² callu) fi bayyina ummatta millionna 300 olii qabachuun, United Statesiin adunya kessa ballina lafan walii-gallatiin sadaffa yokan afuuraffa (China fi USA irra kam akka callu hanga amma hin beekamu) gubbatti kan argamtu yoo tattu, ballina lafa qofaan fi bayyina ummatan sadaffa irratti argamti. Ummatti America walitti qabama ummatta adunya "immigration"iin dhufan yoo ta'u, kuni immo akka isaan adaa garagara ta'e akka qabattan sababa ta'erra. U.S.n adunya kessa biyyotta ummatta adaa fi akka jirenya gossa gossa ofii kessa qaban kessa tokko dha. United Statesiin adunya kessa "economy" biyyatin GDP trillion $13 fi "gross world product" percenti 22% qabachuun tokkoffa irratti argamti. "GDP per capita"llin yoo ilallani immo rankiin US sadaffa fi sadetteffa irratti argamti.

Biyyi kun colony kudhani-saden Great Britainiin, colonotii kuni immo billisumma isaani kan argattan "Declaration of Independence" ifaa gochuun, kunis kan ta'e bara 1776, July 4it. Constitution hardha kan itti argattan September 17, 1787 yoo ta'u, achiin bodda "amendment" 27 bassu danda'anirru. Biyyi kun kan lafan babalatte bayyinan century 19ffa irratti, kunis biyyotta kan irra lafa fudhachudhan - France, Mexico, Spain fi Russia. Achiin bodda United States biyyotta humna bayye qaban lamman kessa tokko ta'u dandettera, kunis Warrana Adunya 2 kessatti waan U.Sn gotte fi akkasumas Nuclear weapon isheen qabdu irra ka'erra. Ergaa Soviet Union kuftee bodda, United Statesiin humna adunya kessa jabenan haftee tokkitti qoffa ta'u dandettera. Akkasumas adunya kessatti Economy, Politics, Culture fi Militaryiin adunya kessatti dursuni itti fufu jirtii.