Jump to content

Garaagarumma foyyeeffata "Ooksijiinii" gidduu

Wikipedia irraa
Content deleted Content added
Tumsaa (dubbadhu | gumaacha)
No edit summary
bNo edit summary
Balaccuuwwan: Argaa gulaallii Gulaalli mobaayilaa Gulaalli marsariiti mobaayilaa
 
(2 intermediate revisions by 2 users not shown)
Sarara 1: Sarara 1:
[[Saayinsii]] keessatti, '''ooksijiiniin''' [[elementii ]]<nowiki/>keemikaala yoo ta'u mallattoo kemikala '''O''' qaba; lakkoofsi atamii ooksijiinii 8. Maqaan ooksijiinii jedhamu kuni jecha [[Afaan Giriik]] lama irraa dhufe, kunis ''oxys'' - asidii fi ''-genēs'' - midhagsa jedhamaan irraa dhufee. Gara jalqabaa jaarraa 18ffa irratti, [[Oontuwaan Laavoziyee|Oontuwaan Laavoziyeen(Antoine Lavoisier)]], maqaa ooksijiinii, burqaa lameen [[Afaan Giriik]] olitti ibsamaan irratti hunda'udhaan maqaa kana baseef. Kunis ooksijiiniin waan asidii hundumaa keessatti argaman se'eet. Ergaa suniin bodaa garuu hikaan [[asidii]] jijjiramerra. Ooksijiiniin [[vaalensii]] 2 qaba. Lafa irratti ooksijiiniin kunii elementota biraa wajjin [[Covalent bond|kovalentiin]] yokan [[ionic bond|ionikiin]] walitti-qabame argama. Fakkenii kompawondoota ooksijiinii of keessaa qaban [[bishaan]] (H<sub>2</sub>O), biyyee (silica, SiO<sub>2</sub>), fi sibila dammeessa'aa (iron oxide, Fe<sub>2</sub>O<sub>3</sub>).
[[Saayinsii]] keessatti, '''ooksijiiniin ykn Hadhituu''' [[elementii]]<nowiki/>keemikaala yoo ta'u mallattoo kemikala '''O''' qaba; lakkoofsi atamii ooksijiinii 8. Maqaan ooksijiinii jedhamu kuni jecha [[Afaan Giriik]] lama irraa dhufe, kunis ''oxys'' - asidii fi ''-genēs'' - midhagsa jedhamaan irraa dhufee. Gara jalqabaa jaarraa 18ffa irratti, [[Oontuwaan Laavoziyee|Oontuwaan Laavoziyeen(Antoine Lavoisier)]], maqaa ooksijiinii, burqaa lameen [[Afaan Giriik]] olitti ibsamaan irratti hunda'udhaan maqaa kana baseef. Kunis ooksijiiniin waan asidii hundumaa keessatti argaman se'eet. Ergaa suniin bodaa garuu hikaan [[asidii]] jijjiramerra. Ooksijiiniin [[vaalensii]] 2 qaba. Lafa irratti ooksijiiniin kunii elementota biraa wajjin [[Covalent bond|kovalentiin]] yokan [[ionic bond|ionikiin]] walitti-qabame argama. Fakkenii kompawondoota ooksijiinii of keessaa qaban [[bishaan]] (H<sub>2</sub>O), biyyee (silica, SiO<sub>2</sub>), fi sibila dammeessa'aa (iron oxide, Fe<sub>2</sub>O<sub>3</sub>).


Ooksijiiniin diatomic (O<sub>2</sub>) ta'e kunii kutaa qilleensaa guggudo lameen keessaa tokko dha. Kunii immoo yeroo [[footosinteesisii|footosinteesisii(photosynthesis)]] biqiltootaan yoo bafamuu, bineensottaf immo [[aerobic respiration]] keessatti isaa barbaduu. Kunii immo [[Anaerobic organisms]]iif waan hamaa yoo ta'u lubbu qabatotta yeroo duraaf jiraachaa turaanin akka ''kosii'' (waste) hamaa bafamaa ture.
Ooksijiiniin diatomic (O<sub>2</sub>) ta'e kunii kutaa qilleensaa guggudo lameen keessaa tokko dha. Kunii immoo yeroo [[footosinteesisii|footosinteesisii(photosynthesis)]] biqiltootaan yoo bafamuu, bineensottaf immo [[aerobic respiration]] keessatti isaa barbaduu. Kunii immo [[Anaerobic organisms]]iif waan hamaa yoo ta'u lubbu qabatotta yeroo duraaf jiraachaa turaanin akka ''kosii'' (waste) hamaa bafamaa ture.


Ooksijiiniin triatomic ([[ozone]], O<sub>3</sub>) ta'ee kuni [[raadiyeeshinii]] kessaan kan umamuu yoo ta'u kunis kutaa atmosferaa gubbatti umama, kunis [[raadiyeeshinii Altiraavaayoleetii]] (UV radiation) nurra dhowwuun nu qarqara.
Ooksijiiniin triatomic ([[ozone]], O<sub>3</sub>) ta'ee kuni [[raadiyeeshinii]] kessaan kan umamuu yoo ta'u kunis kutaa atmosferaa gubbatti umama, kunis [[raadiyeeshinii Altiraavaayoleetii]] (UV radiation) nurra dhowwuun nu qarqara.
[[Category:Qilleensa]]

[[Category:Qillensa]]
[[Category:Gaazii]]
[[Category:Gazii]]

Foyyeeffata reefuu hanga 18:44, 25 Onkoloolessa 2023

Saayinsii keessatti, ooksijiiniin ykn Hadhituu elementiikeemikaala yoo ta'u mallattoo kemikala O qaba; lakkoofsi atamii ooksijiinii 8. Maqaan ooksijiinii jedhamu kuni jecha Afaan Giriik lama irraa dhufe, kunis oxys - asidii fi -genēs - midhagsa jedhamaan irraa dhufee. Gara jalqabaa jaarraa 18ffa irratti, Oontuwaan Laavoziyeen(Antoine Lavoisier), maqaa ooksijiinii, burqaa lameen Afaan Giriik olitti ibsamaan irratti hunda'udhaan maqaa kana baseef. Kunis ooksijiiniin waan asidii hundumaa keessatti argaman se'eet. Ergaa suniin bodaa garuu hikaan asidii jijjiramerra. Ooksijiiniin vaalensii 2 qaba. Lafa irratti ooksijiiniin kunii elementota biraa wajjin kovalentiin yokan ionikiin walitti-qabame argama. Fakkenii kompawondoota ooksijiinii of keessaa qaban bishaan (H2O), biyyee (silica, SiO2), fi sibila dammeessa'aa (iron oxide, Fe2O3).

Ooksijiiniin diatomic (O2) ta'e kunii kutaa qilleensaa guggudo lameen keessaa tokko dha. Kunii immoo yeroo footosinteesisii(photosynthesis) biqiltootaan yoo bafamuu, bineensottaf immo aerobic respiration keessatti isaa barbaduu. Kunii immo Anaerobic organismsiif waan hamaa yoo ta'u lubbu qabatotta yeroo duraaf jiraachaa turaanin akka kosii (waste) hamaa bafamaa ture.

Ooksijiiniin triatomic (ozone, O3) ta'ee kuni raadiyeeshinii kessaan kan umamuu yoo ta'u kunis kutaa atmosferaa gubbatti umama, kunis raadiyeeshinii Altiraavaayoleetii (UV radiation) nurra dhowwuun nu qarqara.