Dhaamjecha
Dhaamjechi qaama afaanii isa xiqqaa kan
hiika qabu yoo ta'u jechi tokko yoo
xiqqaate dhamjecha tokko, yeroo baay'ee
ammoo tokkoo ol of keessaa qabaata.
Akaakuun dhamjecha
iddoo lamaatti qoodna.innis
qabiyyee ykn unkaa irraatti
hunda'uun qoodna.
isaanis:-
1= dhaamjecha
hirkataa
2=dhaamjecha of
danda'uun kan
dhabbatanidha.
Wabii
"https://om.wikipedia.org/w/index.php?
title=Dhaamjecha&oldid=38827" irraa kan
fudhatame
Fuulli kun dhumarratti kan gulaalame guyyaa 21
Amajjii 2023, sa'aa 18:19 irratti. •
Content is available under CC BY-SA 4.0 unless
otherwise noted.