First Month Module
First Month Module
CH ቻ
DH
NY ኛ
PH ጳ
SH ሻ
TS ፃ
ZH ዣ
Example:
Chaappaa = stump/ ቻፓ Dhadhaa = butter/ ቅቤ
nyaata = food/ ምግብ shaayii = tea/ ሻይ
kophee=shoe/ ጫማ Televizhiinii =
television/ቴሌቪዥን
Qubee Dubbachiiftuu (Vowel Letters/ አናባቢ ፊደላት)
A/a E/e I/i O/o U/u
ኣ ኤ ኢ ኦ ኡ
maatii-family (ቤተሰብ)
gubbaa - on (ላይ)
madda-source(ምንጭ)
mallattoo- sign(ምልክት)
ganama-morning (ጠዋት)
raafuu-cabbage (ጎመን)
gosa-kind (አይነት)
Gorsa- Advice(ምክር)
Arba- Elephant(ዝሆን)
Farda- hourse(ፈረስ)
6. Sagalee Hudhaa (‘)/Goisterized Sounds/ጉሮሯዊ
ድምፆች፡
Sa’aatii- time(ሰዓት)
Du’a- death(ሞት)
Re’ee- goat(ፍየል)
Bu’aa- profit(ትርፍ)
Taa’uu- to sit(መቀመጥ)
thin(ቀጭን).
Shaakala waligalaa
1. Mariach
2. uu 4. Xaaoo……
3. Gaee 5. Gaeessa……
4. Daaima 6. Tae……..
Fakkenya/Example/ ምሳሌ
1. Ani Hiriyyaa Keeti.
I am your friend.
እኔ ጓደኛህ ነኝ።
2. Ati Daddaftee Dubbattaa.
You speak fast.
በፍጥነት ትናገራለህ/ሽ።
3. Inni kitaaba afur qaba.
theirs
Fakkenya/Example/ ምሳሌ
1. Kun boorsaa kooti.
This is my bag.
ይህ የእኔ ቦርሳ ነው።
2. Kun boorsaa keeti/keessani.
This is your bag.
ይህ ያንተ/ያንቺ/የእርስዎ ቦርሳ ነው።
3. Kun boorsaa isaati.
This is his bag.
ይህ የእሱ ቦርሳ ነው።
4. Kun boorsaa isheeti.
This is her bag.
ይህ የ እሷ ቦርሳ ነው።
Gochima ta’umsaa- Verb to be/የመሆን ግስ፡
Fakkenya/Example/ ምሳሌ
Isiin/isheen bareedduudha.
She is beautiful.
እሷ ቆንጆ ነች፣ናት።
Ani barsiiftuudha.
I am a teacher.
እኔ አስተማሪ ነኝ።
Inni barataadha.
He is a student.
እሱ ተማሪ ነው።
Tur- was, were
Ani, inni-Ture- was (ነበርኩ፣ነበረ (ቆየው፣ቆየ እሚል
Fakkenya/Example/ ምሳሌ
Ani dubbisaan ture
I was reading.
እኔ እያነበብኩ ነበረ።
Isheen dubbisaa turte.
She was reading.
እሷ እያነበበች ነበረ።
Ati barataa turte.
You were student.
አንተ ተማሪ ነበርክ።
Isaan barataa turan.
They were students.
እነርሱ ተማሪዎች ነበሩ።
Jir- to exist, stay, present, alive/ መኖር፣መቆየት
Fakkenya/Example/ ምሳሌ
Boonaan mana jira.
Boonaa is at home.
ቦና ቤት ነው።
Chaaltuun bakka hojii jirtii.
Chaaltuu is at the work place.
ጫልቱ ስራ ቦታ ነች።
Eenyu mana jira?
Tolaa/ ቶላ=tolaan
Sareen kuni nama ciniinaa.
This dogs bites people.
ይህ ውሻ ይናከሳል።
Hawwiin barattuu cimtuudha.
Hawi is a clever student.
ስም)
Kuni (tuni f.) kana (tana f.)
This(ይህ(ይህቺ)፣ ይህን(ይህቺን))
Kunniin (tunniin f.) kanniin (tannin f.)
Asi – here/እዚ
Achi- there/እዛ
Fakkenya/Example/ ምሳሌ፡
This is my brother.
ይህ ወንድሜ ነው።
Intalli tuni bareedduu dha.
This girl is beautiful.
ይህች ልጅ ቆንጆ ነች።
Namichaa kana laali.
Look at this man.
ይህን ሰው ትመልከት/ቺ።
Intala tana yaami.
Eenyuun- whom/ማንን
Fakkenya/Example/ ምሳሌ
Eenyu bor dhufa?
Who is coming tomorrow?
ነገ የሚመጣው ማን ነው?
Maal barbaadda(feeta)?
What do you want?
ምን ፈለክ/ሽ?
manni kee Kami?
Which is your house?
ያንተ/ያንቺ ቤት የትኛው ነው?
Eenyu inni?
Who is he?
እሱ ማን ነው?
Inni Falmataadha.
He is Falmataa.
እሱ ፈልመታ ነው።
Inni eessarraa dhufe?
Where does he come from?
እሱ ከየት ነው የመጣው?
Inni baaleerraa dhufe.
He comes from bale.
እሱ ከባሌ ነው የመጣው ።
Ati eenyu?
Who are you?
አንተ/ቺ ማን ነህ/ሽ?
Ani Falmataadhaa.
I am Falmataa.
እኔ ፈልመታ ነኝ።
Ati essarraa dhufte?
Where do you come from?
ከየት ነው የመጣኸው/ሽው?
Ani baaleerraan dhufe.
የሳምንቱ ቀናቶች)
Wiixata/dafinoo Monday ሰኞ
Hojja-duree /hojjaa- duraa
Kibxata/lammaffoo Tuesday ማክሰኞ
Facaasaa
Roobii Wednesday እሮብ
Kamisa Thursday ሐሙስ
Jimaata Friday አርብ
Sanbata/sanbata xiqqaa Saturday ቅዳሜ
Dilbata/sanbata guddaa Sunday እሁድ
ወራቶች)
Fulbaana September መስከረም
Onkololeessa October Birraa/ sprin
ጥቅምት
ፀደይ
Sadaasa November ህዳር
Muddee December ታህሳስ
Amajjii January Bona/summer
ጥር
በጋ
Guraandhala February የካቲት
1000-kuma tokko
101-dhibba (tokko) fi tokko = dhibbaf tokko (መቶ አንድ)
102-dhibba (tokko) fi lama = dhibbaf lama (መቶ ሁለት)
ለአስራ ቤቶች ቁጥር Kudhan ከሚለዉ “n” ትተን ቀጥሎ
My salary is 5000.
ደሞዜ 5000 ነው።
2. Qarshii digdama naf kenni.
Give me twenty birrs.
ሀያ ብር ስጠኝ።
Fakkenya/Example/ ምሳሌ
Lakkoofsi bilbila koo = duwwaa sagal kudha afur
shantamii jahaa
soddomii lama torbatamii saddeet
My phone number is 09 77 90 92 92.
ስልኬ 09 77 90 92 92 ነው።
Mathematical operations
“+¿ ” ida’uu (addition/መደመር)
Intala Girl ሴት ልጅ
Obboleessa Brother ወንድም
Obboleettii Sister እህት
Akkoo Grandmother ሴት አያት
Akaakayyuu Grandfather ወንድ አያት
Akaakilee Great Grandfather ቅድመ አያት
Adaadaa Aunt አክስት
Eessuma Uncle አጎት (በእናት በኩል)
Abbeeraa/wasiila Uncle አጎት (በአባት በኩል)
Fakkenya/Examples/ ምሳሌዎች
1. Abbaan koo konkolaata qaba.
My father has a car.
አባቴ መኪና አለው።
2. Haadha koo nan jaalladha.
I love my mother.
እናቴን እወዳታለሁ።
3. Ani obboleessa tokko qaba.
I have one brother.
እኔ አንድ ወንድም አለኝ።
4. Obboleettiin koo dhufaa jirti.
My sister is coming.
እህቴ እየመጣች ነው።
5. Adaadaan koo kitaaba dubbisa jirti.
My aunt is reading a book.
አክስቴ መጽሐፍ እያነበበች ነው።
6. Eessumni koo konkolaachisaa jira.
My uncle is driving.
አጎቴ እየነዳ ነው።
7. Wasiila ishee waliin hasawaa jirti.
She is taking with her uncle.
ከአጎቷ ጋር እያወራች ነው።
8. Akaakayyuun koo baadiyya jiraatu.
My grandfather lives in the countryside.
አያቴ ገጠር ነው የሚኖሩት።
9. Akkoon koo nu wajjiin jiraatu.
My grandmother lives with us.
አያቴ ከእኛ ጋር ነው የሚኖሩት።
Heddumeesitoota/ Plural form/ አብዢዎች
There are more than ten major and very common plural
markers in Afaan Oromo. For instance: -oota, -oolii, -
wwan, -lee, -an, een, -eeyyii, -oo, etc.).
Examples:
suffix singular Plural
-oota Balbala-door-በር Balbaloota-doors-በሮች
Nama-man-ሰው Namoota-men-ወንዶች
ተማሪ(ለወንድ)
-wwan Sa’a-cow-ላም Sawwan-cows-ላሞች
Deebii- answer- መልስ Deebiiwwan-answers- መልሶች
Koree-committee-ኮሚቴ Koreewwan-committees-ኮሚቴዎች
Daandiiwwan-streets-ጎዳናዎች
Daandii-street-ጎዳና
-lee Kitaaba-book-መጽሐፍ Kitaaboolee-books-መጻሕፍት
Saree-dog-ውሻ sareelee-dogs-ውሾች
Ragaa-evidence-ማስረጃ ragaalee- evidences-ማስረጃዎች
Warshaa-factory- ፋብሪካ warshaalee- factories- ፋብሪካዎች
Tooftaa-strategy- ዘዴ tooftaalee- strategies-ዘዴዎች
Daangaa-boundary-ድንበር
daangaalee- boundaries-ድንበሮች
-een Laga-river-ወንዝ Laggeen-rivers-ወንዞች
Muka-tree-ዛፍ Mukkeen- trees-ዛፎች
Mana-house-ቤት Manneen- houses-ቤቶች
Nama-man-ሰው Nameen-mans -ሰዎች
irra - on (ላይ)
itti - to (ለ)
Gubbaa – Above(በላይ)
examples
eegasu – so (እንግዲያውስ)
gama – as if (በ)
waa’ee - about(ስለ)
yoo – if (ከሆነ)
Fakkenya/Examples/ ምሳሌዎች
ጫልቱ ብዙ ስራ አላት።
Chaaltuun yeroo hin qabdu.
Chaaltuu has no time.
ጫልቱ ጊዜ የላትም።
Chaaltuun hojii hedduu qabdi kanaaf yeroo hin qabdu.
Chaaltuu has a lot of work for this reason she has
no time.
ጫልቱ ብዙ ስራ አላት ስለዚህ ጊዜ የላትም።
Ibsaan karaa dheeraarraa dhufa.
Ibsaa comes from a long journey.
ኢብሳ ከረጅም ጉዞ ነው የመጣው።
Ibsaan dadhabee jiraa.
Ibsaa is tired.
ኢብሳ ደክሞታል።
Ibsaan karaa dheeraarraa dhufa kanaaf dadhabe jira.
Ibsaa comes from a long journey because of this
he is tired.
ኢብሳ ከረዥም ጉዞ ነው የመጣዉ በዚህ ምክኒያት
ደክሞታል።
ይመጣል።
ላይ/ከሰዓት በፊት)
(እንደምን አረፈድክ/ሽ፣ዋልክ/ሽ)?
(እንደምን አረፈዳችሁ/ዋላችሁ)?
ማስተዋወቅ)
Maqaan koo Hawwii jedhama.
My name is Hawwii.
ሃዊ እባላለሁ።
Abbaan koo Abdi jedhama.
My father’s name is Abdi.
አባቴ አብዲ ይባላል።
Harmeen koo Gifti jedhamti.
My mother’s name is Gifti.
እናቴ ጊፍቲ ትባላለች።
Umriin koo kudha shandha.
I am 15 years old.
15 ዓመቴ ነው።
Kutaa sagalin baradha.
I am in 9th grade.
የ 9 ኛ ክፍል ተማሪ ነኝ።
Mana baruumsa Milkiittii baradha.
ታውቃላች?
Positive response: Eeyyee wal barre.
Yes, we have met.
አዎ ተተዋውቀናል።
Negative response: lakki wal hin barre.
no, we haven’t met.
አይ አልተተዋወቅንም።
Irra deebiin si arguu kootti gammadeera.
Good to see you again!
በድጋሚ ስላየሁሽ ደስ ብሎኛል!
Hayat wajjiin wal isin barsiisuu barbaada.
I’d like to introduce you to hayat.
ሀያትን ላስተዋውቅህ እፈልጋለሁ።
ማስተዋወቅ
Dialogue 1/ ውይይት 1
Semira: Foziyaa, tasnim wajjiin wal si haa barsiisu.
Tesnim, barsiiftuu Foziyaa jedhamti. Mana barumsaa
yaaneetitti hojjatti.
Fozia, let me introduce you to tesnim. Tesnim,
this is miss fozia and she work at yanet school.
ፎዚያ ከተስኒም ጋር ላስተዋውቅሽ። ተስኒም ይህች
የምትሰራው።
Fozia: si wajjin wal baruu kootti gammadeera.
Pleasure to meet you.
ካንቺ ጋር በመተዋወቄ ደስ ብሎኛል።
Tesnim: anis, si wajjin wal baruu kootti gammadeera.
Good to meet you to.
ነሽ?
Nejat: fayyadha. Hiriyyaa koo hanaanin beekta?
just fine. Do you know my friend, hanan?
ደህና ጓደኛዬን ሃናንን ታውቂያታለሽ?
Yesmin: Eeyye nan beeka. Akkam jirta, hanan?
sure, I do. How are you, hanan?
አዎ አውቃታለው። እንዴት ነሽ ሃናን?
Hanan: gaariidha, galatoomi. imalli akkam turee?
good, thanks. How was your journey?
ደህና ነኝ አምስጋና። ጉዞ እንዴት ነበር?
Yesmin: badaa miti.
Not bad.
መጥፎ አይደለም።
Conversation 1
Edan: of haa barsiisu. Edan jedhamaa.
Let me introduce myself. I am Edan.
ራሴን ላስተዋውቅ። ኤደን እባላለሁ።
Daraartuu: Daraartuu jedhamaa. siin wal baruu kootti
gammadeera.
Nice to meet you My name is Derartu.
ስለተዋወቅን ደስ ብሎኛል፣ ደራርቱ እባላለሁ።
Edan: hojiin kee maali?
What is your job?
ስራሽ ምንድን ነው?
Daraartuu: Ani barattuudha. Ati hoo?
I am a student. And you?
እኔ ተማሪ ነኝ አንቺስ?
Edan: ani barana eebbifamee.
I graduated this year.
በዚህ አመት ነው የተመረኩት።
Daraartuu: hojii argattee?
Do you get job?
ሥራ አጊኝተሻል?
Edan: lakkii soqaan jiraa.
No, I am looking for.
አይ እየፈለኩ ነው።
Daraartuu: carraa gaarii.
Good luck.
መልካም ዕድል።
Edan: galatoomii/ ulfaadhu.
Thank you.
አመሰግናለሁ።
Daily conversations.
Maal jechuu keeti?
What do you mean?
ምን ማለትህ/ሽ ነው?
Naaf hin galle.
I don’t understand.
አልገባኝም።
An hin beeku.
I don’t know.
እኔ አላውቅም።
Afaan oromootin maal jedhamaa?
What is that called in oromic?
በኦሮምኛ ምን ይባላል?
Kun maal inni?
What is this?
ምንድነው ይሄ?
Na gargaaruu dandettaa?
Can you help me?
ልትረዳኝ ትችላለህ/ ልትረጂኝ ትችያለሽ?
Si gargaaruu?
Can I help you?
ላግዝህ/ሽ?
Dubbiin kee naa galaa.
I understand your statement.
ንግግርህ/ሽ ይገባኛል።
Dubbiin kee naaf hin gallee.
I don’t understand what you are saying.
ንግግርህ/ሽ አልገባኝም።
ምን ማለት እንችላለን?
Language focus/ የቋንቋ ትኩረት
Maqaan kee Eenyuu? Maqaan koo……
What’s your name? My name is …….
ስምህ/ሽ ማን ነው? ስሜ …….ነው።
Hojiin kee maalinni? ani …….dha.
What’s your job/ occupation? I am a/an……
ስራህ/ሽ ምንድ ነው? እኔ……ነኝ።
Eessatti hojjattaa? ….tti hojjadhaa.
Where do you work? I work at………….
የት ነው የምትሰራው/ሪው? እኔ የምሰራው………
ነው።
Biiroon kee eessaa? Biiroon koo…….
Where is your office? My office is in…..
ቢሮህ/ሽ የት ነው? ቢሮዬ…..ውስጥ ነው።
Hogganaan/ hoggantuun kee Eenyuu? Hogganaan koo/
hoggantuun koo …...
Who is your boss? My boss is……
አለቃህ/ሽ ማን ነው/ናት? አለቃዬ……ነው/ናት።
A: akkam bultan, maqaan koo Adem jedhamaa. Baalee
irra dhufee. Daldalaadha.
Good morning, my name is Adem. I’m from
Bale. I’m a merchant.
እንደምን አደራችሁ ስሜ አደም እባላለሁ። ከባሌ ነው
ነኝ።
C: ashamaa. Ani john dha. Hawaasaa irra dhufee.
Ogeessaa herregaati.
Hi. I’m john. I’m from Hawasa. I’m accountant.
ታዲያስ እኔ ጆን ነኝ ከሐዋሳ ነው የመጣሁት። የሂሳብ
ባለሙያ ነኝ።
D: ashamaa. Jimma irraa dhufee. Barsiiftuudha. Maqaan
koos lidiyaa jedhama.
Hi. I’m from Jimma. I’m a teacher. My name is
Lidia.
ታዲያስ ከጅማ ነው የመጣሁት። አስተማሪ ነኝ ስሜ
ሊዲያ እባላለሁ።
ንግግር)
Dialing the right numbers/ ትክክለኛዎቹን ቁጥሮች በመደወል
ላይ
Expressions
Eenyu jedhu?
Who is calling?
ማን ልበል?
Ergaa itti naaf himuu ni dandettaa?
Can you give him/ her a message?
መልእክት ልትነግርልኝ ትችላለህ/ ትቺያለህ?
Responses/ ምላሾች
Si’a tokko.
One moment.
አንድ ጊዜ
Daqiiqaa tokko.
One minute.
አንድ ደቂቃ
Xinnoo/xiqqoo eegaa.
Hold on, please.
ትንሽ ቆዩ
As hin jiru/jirtu.
He/ she is not here.
እዚህ የለም/የለችም።
Ana, Maaloo.
Speaking, please.
እኔ ነኝ፣ እባኮ።
Meron jedhama.
Conversation 1
Heelen: haloo, heelendha. Maal si gargaaruu?
Hello, this is helen, how can I help you?
ሀሎ ሄለን ነኝ። ምን ልርዳክ/ልርዳሽ?
kadir: haloo, kadirdhaa. Ibrahim waliin haasa’u danda’aa,
maaloo?
Hello, this is kedir. May I speak with Ibrahim,
please?
ሀሎ ከድር ነኝ። ከኢብራሂም ጋር መነጋገር እችላለው እባክሽ?
Heelen: dhiifama, si’a tokko Waliin si agarsiisa/
dhiifama al-tokko waliin isiin qunnaamsisaa.
One moment please. I’ll put you through.
ይቅርታ አንድ ጊዜ። አገናኝሀለሁ።
በትክክል፣ እችላለሁ….
Conversation 1/ ውይይት 1
Student: barsiisaa/barsiiftuu…. waa’ee qormaata torbaan
dhufuu odeeffannoo muraasa barbaadee ture.
Teacher…I’d like some information about next
week’s exam.
መምህር/ት…ስለሚቀጥለው ሳምንት ፈተና አንዳንድ
ይኖርብሃል።
Student: tolee….waan dabalataa tokko. Qormaanni
yoom akka jalqabamu ni beektaa?
okay… one more thing. Do you know when the
exam starts?
እሺ… አንድ ተጨማሪ ነገር። ፈተናው ስንት ሰአት
እንደሚጀመር ታውቃለህ?
Teacher: mee haa mirkaneessu….sa’aatii 8:00
jalqabama, laaqana booda.
Let me check…..it will start at 8:00, after lunch.
እስኪ ላረጋግጥ…. 8፡00 ሰአትይጀምራል ከምሳ በኋላ ።
Student: galatoomi barsiisaa/barsiiftu.
ማውራት)
Adverbs – time (ተውሳኮች - ጊዜ)
A. Guyyaa - Date (ቀን)
a) Har’a - today (ዛሬ)
b) Edana - tonight (ዛሬ ማታ)
c) Boru - tomorrow (ነገ)
d) Iftaan - day after tomorrow (ከነገ ወዲያ)
e) Amma - now (አሁን)
f) Booda - afterwards, later (በኋላ)
g) Barana - this year (ይህ አመት፣ ዘንድሮ)
Fakkenya/Examples/ ምሳሌዎች
ሳምንት ውስጥ)
ወራት ውስጥ)
ሳምንት ድረስ)
(እስከሚቀጥለው ወር ድረስ)
D. Frequency (ድግግሞሽ)
guyyaa–guyyaan - daily (በየቀኑ)
torbaan–torbaanin - weekly (በየሳምንቱ)
baatii–baatiin - monthly (በየወሩ)
bara-baran - yearly (በየዓመቱ)
Language focus
Gonkumaa/sirumaa= Never(በጭራሽ)
Darbee darbee= Occasionally(አልፎ አልፎ)
Yeroo tokkotokko= Sometimes(አንዳንድ ጊዜ)
Yeroo baay’ee= Often (ብዙ ጊዜ)
Irra caalaa Yeroo= Usaually (አብዛኛውን ጊዜ)
Yeroo hundaa= Always (ሁል ጊዜ)
E. Interrogative (ጠያቂ)
yoom – when? (መቼ?)
guyyaa kam - which day? (የትኛው ቀን?)
baatii kam - which month? (የትኛው ወር?)
bara kam - which year? (የትኛው አመት?)
Adverbs – place (ተውሳኮች - ቦታ)
asi - here (እዚህ)
Fakkenya/Example/ ምሳሌ
Ibsaan as jira.
Ibsaa is here.
ኢብሳ እዚህ ነው።
Intaltii si biraa fagoo galtii?
Does the girl live far from you?
ልጅቷ ከአንተ/አንቺ ሩቃ ነው የምትገባው?
Fakkenya/Examples/ ምሳሌዎች
Eessa deemuu feetaa?
ድረስ፣ምን ያህል
Adverb of comparision (የንፅፅር ተውሳክ)
Akka = like or as/እንደ
Haga = as much as/እስከ
Qixa ta’a = equal to/ እኩል ይሆናል
e.g. Bilisaan haga ayyaantuu beeka.
እንጠቀማለን.
አንድ ላይ
I think it is on Monday.
ሰኞ ይመስለኛል።
Kaleessa guyyaan maal ture?
What day was yesterday?
ትናንት ቀኑ ምን ነበር?
Kamisa turee.
It was Thursday.
ሐሙስ ነበር።
Marqa= porridge(ገንፎ)
Natti tola.
I would like that.
ይመቸኛል።
Maal si ajajamu/ maal isinii ajajamu?
May I take your order?
ምን ልታዘዝ?
wanti dhugan maaltu jira?
What drinks is available?
ሚጠጣ ምን አለ?
shaayii, buna fi annaan ni jira.
There is tea, coffee and milk.
ሻይ ቡና እና ወተት አለ።
maal dhuguu barbaadda?
What would you like to drink?
ምን መጠጣት ትፈልጋለህ/ሽ?
Aannan qabdaa?
Do you have milk?
ወተት አለህ/ሽ።
Aannani fi bunan qabaa.
I have milk and coffee.
ወተት እና ቡና ነው ያለኝ።
buna tokko fi Aannan lama.
1 coffee and 2 milk.
1 ቡና እና 2 ወተት.
አለመቀበል)
Expressions/ መግለጫዎች
Guyyaa dhaloota kootii dhufu dandeessa?
Can you come to my birthday?
የልደቴ ቀን መምጣት ትችላለህ?
Buna utuu waliin dhugne fedhii qabdaa?
Would you be interested on having a cup of
coffee with me?
ቡና አብረን ብንጠጣ ፍላጎት አለህ/ሽ?
Sagantaa eebba kootiif si affeeruu?
May I invite you for my graduation ceremony?
ለምረቃ ስነስርዓቴ ልጋብዝህ/ሽ?
Accepting an invitation
Galatoomii/ ulfaadhu, natti tolaa.
Thanks, I’m very glad.
አመሰግናለሁ፣ በጣም ደስ ይለኛል።