chip
Appearance
kanaslaali : chip (tooth), chintz
Afaan Ingiliffaa
- chip
Hiika
[gulaali]- barsii, habaqaa, sooffaa waan tokkoo.
- bakka waanti tokko irraa cabe.
- mosee/dinnicha zayitii keessatti affeelame.
- laastikii battee xinnoo Saantima fakkaattu kan yeroo qotinyaa yookin qumaara taphatan aKka maallaqaatti qaabsiisan.