Jump to content

tie

Wiktionary irraa
Keessa deebiin kun gaafa 21:12, 13 Guraandhala 2022 Ahrada2021 (dubbadhu | gumaacha) irratti (Created page with "{{k}} tidy, tie-breaker {{-en-}} {{Xinj}} * tie ==Hiika== # karabaatii # shiboo yookiin haada qalloo waa ittiin hidhan # waanta namoota waliin tokkoomsu yookiin walitti fidu # dorgommii yookiin xaba irratti tibba gartuuleen lama qabxii wal qixxee ta'e itti qabaatan {{goch}} # hidhuu {{dag}}")
(gargar) Foyyeeffata duraani | Foyyeeffata reefuu (gargar) | Foyyeeffata daran haaraa → (gargar)

kanaslaali : tidy, tie-breaker

Afaan Ingiliffaa

  • tie

Hiika

[gulaali]
  1. karabaatii
  2. shiboo yookiin haada qalloo waa ittiin hidhan
  3. waanta namoota waliin tokkoomsu yookiin walitti fidu
  4. dorgommii yookiin xaba irratti tibba gartuuleen lama qabxii wal qixxee ta'e itti qabaatan

Gochima

  1. hidhuu

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'