Arkimeedis
Appearance
Arkimeedis kan Saayiraakus (/ˌɑːkɪˈmiːdiːz/; Giriik: Ἀρχιμήδης; c. 287 DhKD – c. 212 DhKD) abbaa herreegaa, fiizisistii, injinerii, kalaqaa, fi astironoomerii Giriik duriiti. Seenan jireenyasaa muraasni qofti kan beekkamu yoo ta'eyyuu Arkimeedis saayintistii guddaa bara durii keessa jiraatan keessaa tokkodha.