Jump to content

Bantoksaayidii

Wikipedia irraa
Keessa deebiin kun gaafa 18:16, 12 Muddee 2023 Afaan oromoo guddisii (dubbadhu | gumaacha) irratti (Created by translating the page "Superoxide")
(gargar) Foyyeeffata duraani | Foyyeeffata reefuu (gargar) | Foyyeeffata daran haaraa → (gargar)

Bantoksaayidiin oksaayidoota oksijiinii atamoota lama kan hidhoo koovaalentii qeenxeen walitti hidhee fi kan lakkoofsi oksideeshinii oksijiinii (- 1/2) qabu dha. Fkn:- KO2, NaO2, RbO2 fi kkf.