Jump to content

Qabxii baqinaa

Wikipedia irraa
Keessa deebiin kun gaafa 04:31, 14 Haggaya 2023 Afaan oromoo guddisii (dubbadhu | gumaacha) irratti (Created by translating the page "Melting point")
(gargar) ← Foyyeeffata duraani | Foyyeeffata reefuu (gargar) | Foyyeeffata daran haaraa → (gargar)

tempireechara kan jajjaboon baqanii gara dhangala’ootti itti jijjiiraman qabxii baqinaa jedhama. Fakkeenyaaf cabbiin sirrii diriira galaanaatti tempireechara digirii seentiigireedii zeerootti (0OC) gara bishaanii (dhangala’oo)tti jijjiirama. Kanaaf qabxiin baqinaa cabbiin 0OC jechuudha.