Bacawwiin tishuuwwan qaama orgaanizimii tokkoo wantoota dhukkuba -fidan weeraruudha. Dhukkubni kun kan dhufu wantoonni weerartootaa baay’achuu isaaniiti. Akkuma baay'achaa deemaniin sunkii(toxins) uumuun tishuuwwan keessummeessituu ni miidhu . [1] Dhukkubni bacawwii, 'dhukkuba daddarboo' ykn 'dhukkuba bocoo' jedhamuunis kan beekamu, dhukkuba bacawwii irraa maddudha.

Suuraa Busaa —gosa dhukkuba daddarbaa

Dhukkuboota daddarboo beekamoo

gulaali

Dhukkuboota baakteeriyaan dhufan

gulaali
  • Dhukkuba Darayoo sombaa - TB jedhamuunis ni waama .
  • horrii bubonic
  • Qakkee (Pertussis) - qufaa gogaa jedhamuunis ni waama
  • qurcii

Dhukkuboota vaayirasiin dhufan

gulaali
  • AIDS / HIV
  • Dhukkuba tiruu B
  • Pooliyoo
  • dufkaka
  • Infuleenzaa - utaalloo jedhamuunis ni waamama .
  • COVID-19

Dhukkuboota fangasiitiin dhufan

gulaali
  • Afaffaa
  • roobbii
  • Dhukkuba Kirpitookookoosii jedhamu
  • Dhukkuba Kaandiidaa
  • Miila atileeti

Dhukkuboota maxxannee ykn dhortuu irraan dhufan

gulaali

Dhukkuboota pirootiiniin dhufan

gulaali
  • Prions pirootiinota akka dhukkuba daddarboo ta’anii hojjetanidha.

Dhukkuboota daddarboo hedduudhaan dhufan

gulaali

Infeekshiniin tokko tokko yeroo adda addaatti wantoota daddarboo adda addaatiin kan dhufudha. Fakkeenyaaf, garaacha tokko tokko baakteeriyaa irraa kan dhufudha. Gariin ammoo vaayirasiin kan dhufudha.

  • Garaa kaasaa
  • sombeessaa
  • qomjalloo

Kun tarree baayyee gabaabaa dha. Dhukkuboonni infekshinii fi sababoota biroo irraa dhufan hedduutu jiru: dhukkuboota beekamoo .

  1. Definition of "infection" from several medical dictionaries - Retrieved on 2012-04-03