Jump to content

Itoophiyaa

Wiktionary irraa
Keessa deebiin kun gaafa 06:16, 21 Guraandhala 2021 Ahrada2021 (dubbadhu | gumaacha) irratti
(gargar) ← Foyyeeffata duraani | Foyyeeffata reefuu (gargar) | Foyyeeffata daran haaraa → (gargar)

kanaslaali : Ethiopia

Afaan Oromoo

Jecha Macaafaa keessaa kan dhufe ta'ee jecha Kuush jedhu irraa kan dhufe. Bifunka kabiraan Itiyoophiyaas ni jedhamti.


Cibra

  1. Nama fuula gurraachaa (Sudaan)
  2. Rippabliikii Federaalawaa Dimokraatawaa Itiyoophiyaa jedhamuudhaan kan beekamtu biyya Gaanfa Afrikaatti argamtu yoo taatu, erga Eertiraan irraa bara 1993 G.C. cittee booda biyya lafa qofaan marfamte taatee jirti.