Jump to content

Itoophiyaa

Wiktionary irraa
Keessa deebiin kun gaafa 08:44, 16 Guraandhala 2021 Ahrada2021 (dubbadhu | gumaacha) irratti

kanaslaali : Ethiopia

Afaan Oromoo

Jecha macaafaa keessaa kan dhufe ta'ee jecha Kuush jedhu irraa kan dhufe.


Cibra

  1. Nama fuula gurraachaa (Sudaan)
  2. Rippabliikii Federaalawaa Dimokraatawaa Itiyoophiyaa jedhamuudhaan kan beekamtu biyya Gaanfa Afrikaatti argamtu yoo taatu, erga Eertiraan irraa bara 1993 G.C. cittee booda biyya lafa qofaan marfamte taatee jirti.