Jump to content

Meetaafeezii

Wikipedia irraa
The printable version is no longer supported and may have rendering errors. Please update your browser bookmarks and please use the default browser print function instead.
Meetaafeeziin seelii keessatti (asitti seelii bineensotaa) qindaa’ina kiroomozoomiiwwan xiyyaara ikuwaatoorii ispiindilii irratti argamuun kan beekamu dha

Meetaafeeziin Sadarkaa meetaafeeziitti gochaalee gurguddoo raawwataman keessaa membireeniin niyuukilarii guuttummatti caccaba. 70 Kaayinetokooreen maayikirootubiliin seentiromeeri kiroomsomsii gara wa; akkaa ispindiilittii harkisa: Kiromosomsiin gara gidduu seeliitti socho’udhaan gidduu ispindilii irraa of tessisu. Iddoo isaan ispindiilii irraa taa’an Kun pileetiimeetaafeezii ykn Iwuketeeri jedhamee beekama. Tokko tokkoon obbooleeyyan kiroomatiidii kiroomsomsoota iddoo seentiromeeriitttii xiqqoo adda siquudhaan gara alaa poolii seelii deemudhaaf of-qopeessuu, gochaaleen kun dhuma sadarkaa kana agarsiisa. .