Jump to content

Madagaskaar

Wikipedia irraa
Keessa deebiin kun gaafa 03:34, 15 Caamsaa 2010 Almabot (dubbadhu | gumaacha) irratti (ሎሌ መጨመር: ckb:ماداگاسکار)

Madagascar yookaan Republic of Madagascar (maqaa durii immoo Malagasy Republic) Island Nation yoo taatu kan argamtus Indian Ocean keessatti kunis qarqara kibba-bahaa Afrikaan. Island odola (biyya bishaani qofaan marfamte) Madagascar addunyaa keessaa islandii guddinaan afraffaa gubbaa argamtu dha. Dhibbantaa 5 gosa biqiltoota fi bineensota addunyaa Madagascar keessatti argamu. Kan keessa immoo percentiin 80% Madagascar qofatti kan argamani dha. Kan keessaa kan beekamani immo Lemur Primate kan ta'an, carnivous (fonni nyattotta) kan ta'an Fossa, akkasumas gosa sinphirre Madagascar qofa keessatti argamani sadii fi Gosa Baobab ja'a kan Madagascar qofa keessatti argamani of keessaa qaba. Nammi Madagascar keassa jiraatu Malagasy jedhama (Madagascan mitti) akkasumas afaan Madagascar Malagasy Language jedhama.