Jump to content

Ameerikaa Kaabaa

Wikipedia irraa
Keessa deebiin kun gaafa 03:30, 5 Haggaya 2009 Almabot (dubbadhu | gumaacha) irratti (robot Adding: war:Amihanan nga Amerika Modifying: szl:Půłnocno Amerika)
Kartaa adunyaa North America agarsisu
Foto North America satellite irra fudhatame

North American ardii adunya kessatti Hemisphere Kabba fi bayyinan immo Hemisphere Dhihaati argamtu dha. Kan dangeffamte immo kabban Arctic Oceaniin, bahan immo Atlantic Ocean kabban, kibba-bahan Caribbean Sean, kibba fi dhihaan immo Pacific Oceanii kabban, kibba-bahan immo South American. North fi South American kutta lafa Isthmus of Panama jedhun walitti qabamu. North American ballina lafa hanga 24,490,000 square kilometres (9,450,000 sq mi)yoo qabattu kuni immo percentii fulla adunya kessa percenti 4.8 qabatta yokan immo percenti fulla lafa (bishaan malle) yoo illallan percentii 16.4% qabatta. Akka October 2006tti ilallametti bayyini ummatta ardii kana tilmamman 514,600,000 calla. Ballina lafattin adunya kessa ardii sadaffa irratti argamtu yoo tattu kunis Asia (tokkoffa) fi Africa (lammaffa)tti antetti. Bayyina ummattan immo adunya kessa ardii afurrafa irratti argamtu yoo tattu kunis Asia (tokkoffa), Africa (lammaffa) fi Europe (sadaffa)tt antetti. North fi South American walumma galatti Americas jedhamani wamamu. North American United States fi Canada ofii kessa qabdi.