Jump to content

Yuurooppi

Wikipedia irraa
Keessa deebiin kun gaafa 16:15, 16 Waaxabajjii 2009 Almabot (dubbadhu | gumaacha) irratti (robot Modifying: tt:Аурупа)
Location of Europe
Satellite image of Europe
Topography of Europe

Europeiin ardii torbaan Earth kessa tokko dha. Europiin fulla fi Geology isheen fixxe dhihaa Peninsula, Eurasia yoo tattu, dhihaa Asiatti argamtii.

Dangaan Europe kan fakkatta.

Europiin adunya kessa diqqennani lammaffa yoo tattu, ballina hanga 10,180,000 square kilometre (3,930,000 sq mi) yokan adunya kessa percentii 2% qabatta. Ardiin adunya kessa Europe irra diqqo Australia qoffa. Bayyinaa ummattan garuu sadaffa gubba jirtii, kunis Asia fi Afrikaatti antetti. Bayyini ummatta Europe 710,000,000 yokan ummatta adunya kessa percentii 11% qabdii.