Jump to content

Garaagarumma foyyeeffata "Mana waqqa yesso dhuga" gidduu

Wikipedia irraa
Content deleted Content added
Sarara 153: Sarara 153:
[[oc:Glèisa Vertadièra de Jèsus]]
[[oc:Glèisa Vertadièra de Jèsus]]
[[or:ସତ୍ଯ ଖ୍ରିସ୍ଥ ଗିର୍ଜା ଘର]]
[[or:ସତ୍ଯ ଖ୍ରିସ୍ଥ ଗିର୍ଜା ଘର]]
[[os:Чырыстийы æцæг аргъуан]]
[[os:Чырыстийы æцæг еклези]]
[[pa:ਟਰੂ ਜੀਸਸ ਚਰਚ]]
[[pa:ਟਰੂ ਜੀਸਸ ਚਰਚ]]
[[pag:Twan Simbaan na Diyos a Katawan]]
[[pag:Twan Simbaan na Diyos a Katawan]]

Foyyeeffata hamma 00:05, 8 Waaxabajjii 2009

Mana waqqa yesso dhuga

"Mana waqqa yesso dhuga" (True Jesus Church) iin mana Waaqa ofii danda'e kan Beijing, China kessatti hundefame dha. Hardha Misensotta tilmamman milliona 2.5 ta'an yoo qabattu, biyyotta 45 fi ardii 6 kessatti argama. Churchiin kun church Pentecost kan kiriystanotta jalatti ramadamu kan centurii 20ffa dura burqee jallatti ramadama. Churchiin kun ergaa Waaqa dhufatti Yesoo kiristosii lammesoon dura saba cufaaf dhaqabsu hojii tokkofa godhaterra. Churchiin kun, yadaa maqaa Abba, Ilmaa fi Afuraa qulqullo "Trinity Concept" jedhamu osoo hin ta'in, yadaa "Barnotaa maqaa-yessoo" tokko ta'u Pentekostumma kan jedhamu fudhata. ak:Ỳesu Asafo Ankasaankasa