Jump to content

Garaagarumma foyyeeffata "Maarsii" gidduu

Wikipedia irraa
Content deleted Content added
b ሎሌ መጨመር: am:ማርስ
No edit summary
 
(87 intermediate revisions by 32 users not shown)
Sarara 1: Sarara 1:
[[File:Mars symbol.svg|25px|Astronomical symbol of Mars]]
[[File:Mars Hubble.jpg|right|thumb|The planet Mars as seen by the Hubble Space Telescope]]
[[File:Mars Hubble.jpg|right|thumb|240px|The planet Mars as seen by the Hubble Space Telescope]]

'''Marsiin ykn Arraasaa ykn Goofoo''' (mallattoo: [[File:Mars symbol (fixed width).svg|16px|♂]]) aduu irra [[planet]] affuraffa irratti argamtuu dha.lafjon tun maqaa “lafjo Diimtuu”(Red Planet) jedhamuun beekamti. Ummata Masriitu Maqaa kana isiif moggaase. Warri Chaaynaa ammoo Urjii diimtuu jedhanii waaman. Lafatti aanuudhaan Aduu irraa fageenyaan sadarkaa Afraffaa irratti kan argamtu yoo taatu, xiqqeenyaan ammoo Meerkuriitti aantee lammaffaa irratti argamti. lafjo tanaaf Maqaa Maars jedhu kana ammoo warra Roomaatu itti moggaase. Mars jechuun akka amantii worra roomaatti, gooftaa waraanaa jechuudha. Dachii irra jiraannu malee maqaan plaaneetoota kanaan dura argamanii hundi isaaniituu Afaan Roomaa irraa moggaafaman.
'''Mars'''iin aduu irra [[planet]] affuraffa irratti argamtuu dha. Marsiin yeroo tokko tokko ''Red Planet'' (Planet Dimtuu) jedhamtee bekkamti, kunis waan yeroo [[Ardii Kenya|Lafaa kenya (Earth)] irra ilallani dimmena qabdufi. Planetii kunii maqaa kana kan argatee Roman irra yoo ta'u Mars jechun immo [[Waqqa Warranna Romanotta|''Roman god of war'' (waqqa warranna Rommanotta)]] jechu dha. [[Planet Gosa Lafaa Kenya (Terrestrial Planet)]] kan ta'e Marsiin kuni [[Atmosferra]] qalla qaba. Marsiin laftii ishe dhoqaa fi fakkena gossa [[Batti|Batti (Moon)]], [[Volkanoo Lafaa]], [[dhoqaa lafaa]] fi [[Fixxe Lafaa Cabbi|Fixxe Lafaa Cabbi|Polar Ice Cap]] qaba. Marsiin bakka [[Olympus Mons]], garaa dherinaa gudda adunya kessa qabu itti argamu fi akkasumas bakka [[Valles Marineris]] dhoqaa bishan kessa ce'anni adunya kessaa guddicha ofii kessa qaba. Fulli Marsii qofaa osoo hin ta'in [[Marsaa Lafaa|Rotational Period (Marsaa Lafaa)]] fi jijjirami yeroo yerooni qabdu lafaa kenya wajjin walii fakkattin qaba.

As biratti qabxii takka sirritti ibsuu barbaachisa. Ummanni Roomaa kan durii Urjiilee fi Wantoota Samii keessatti argamnitti amanu. Kanaaf Urjiilee Samii keessa jiran ilaalanii, Maqaa garagaraa itti kennan. Kun gooftaa jaalalaati, kun ammoo gooftaa waraanaati jedhaa adda qoqqoodan. Ammaan tana amantiin sun jiraachus baatu, maqaan isaan yoo san moggaasan garuu akkasumatti maxxanee hafee jira.
Addemsa gara Marsii yeroo tokkoffafi [[Mariner 4]] iin bara 1884(G.C.) godhame jalabe marsiin bishan qabachu dandetti jedhame yadattam ture. Kunii immo kan hundeffame, Marsiin jijjirama iffa fi dukkana kessattu bakka cabiin jiruutti qabdu ilallun, illaltotti waan arganu sunii bishan waan itti fakkatef. Yoo foto kana fixee issa ilaltani cabiin suni bishan fakkatte namatti mulatta [http://en.wikipedia.org/wiki/Image:Mars_Hubble.jpg]. Haa ta'u malee yadni kuni akka sirri hiin tanne himame. Garuu Marsiin planetotta jiranii kessa (Lafaa kenya osoo walitti hin qabin) bishan qabachu akkasumasi nami irra jirachu hin danda'a kan jedhamu isaa tokko qofaa dha.

Marsiin [[Spacecraft]] gosa sadii kessumesu dandettera, kuniis [[Mars Odyssey]], [[Mars Express]], fi [[Mars Reconnaissance]] Orbiter kan jedhamanii dha. Kunis planetotta biraa irra adda ishe godha. Laftii kunii [[Mars Exploration Rover's MER]] lammafi, kuniis [[Spirit Rover (MER-A)]] fi [[Opportunity Rover (MER-B)]]fi mana tatterti. Yalli kana fi kanan duraa irratti hunda'unni Marsiin bishan bayye qabachu akka dandettu mirkanessanirru. Yalluma kana irrattii hunda'un Marsiin bishan ''[[Fillewa]]''([[Amariffa]]) diqqo akka qabdu mirkaneffamera. Ilalchi ''Mars Global Surveyor Of [[NASA]]'' godhame akka agarsisutti cabbin fixxe marsii kibban argamu akka digama yokan caccaba jira.

Marsiin [[Batti|Batti (Moon)]] lamma qabdi, kuniis Phobos fi Deimos jedhamni. Lachu diddiqa yoo ta'an, ''irregular shape'' qaban. Kunii immo [[asteroid]] qabamanii kan [[5261 Eureka]], [[Trojan Asteroid]] Marsii wajjin wal fakkatu. Marsiin illa duwaan lafaa kenna irra ni mulatti. [[Apparent Magnitude]] iin Marsii -2.9 ni ta'a, kunis iffa [[Venus]], [[Batti]] fi [[Aduu]] qofaani mo'attama. Jupiteriin illa namafi iffe haa mulattu malee, iffani Marsiin Jupiter ni calla.

Amma gara lafjo maarsi deebinee waan isiin qabdu qabxii ijoo waliin haa ilaallu. Jaarraa 19ffaa keessa, yookaan ammoo xumura bara 1800 keessa Astroonoomaroonni durii, Maars irra wanti lubbuu qabu ni jira jedhanii tilmaamanii turan. Astroonoomariin Giovanni Schiaparelli teleskooppii bara isaa jiru fayyadamuudhaan, bara 1877 qorannoo godhee ture. Qorannoo isaa kanaanis, sarara qajeelaa, boolla bishaan jallisiif qotamu fakkaatu arge. Kana booda ilmi namaa lafjo tana irra qotatee jiraataa jira jedhee yaada isaa dhiheeyse. Haa ta’u malee qorannoo hammayyaawaa dhiheenya kana godhameen, sararoonni kunniin kan jallisiif qotaman akka hin taane saayintistoonni bira gahanii jiran. Qorattoonni ammas haala ilmi namaa Maars irra jiraachuu danda’u irratti qorannotti jiran.
[[Category:Planet]]

Haalli Qilleensa Maars gubbaa jiru akkuma Plaaneetoota kaawwanii jireenya ilma namaatiif rakkisaa dha. Qilleensi Maars irra jireessatti KaarbondaayOksaayidiin guutamee jira. Dhibbeentaan 95 Kaarban Daay Oksaayidii dha. Gama biraatiin qilleensi isii qabbanaawaa dha. Lafa irra jiraannu tana, teempreecharri oowwaa yoo guddate, haga digrii seentigreedii 40 fi 50 ol guddanchuu danda’a. kan Maars garuu digriiseentigreedii 20 bira hin dabru. Kanaaf haalli qilleensa isii hedduminaan qabbanaawaadha. Yaadni biraa kan qorattootaan himamaa jiru ammoo, dhangala’aan lafjo tana irra jiraachuu mala kan jedhu yoo ta’u, haga ammaatti cabbii heemsifeerota ykn ammoo fiixee kaabaatti argamuun alatti, wanti argame hin jiru. Akka qorattoonni jedhanitti, Qilleensi qabbanaawaan Maars irra jiru kun, Cabbiin kunniin akka hin baqne godha. Kanaaf haalli qilleensa if dura yoo kan jijjiiramuu cabbiin kun baqee, Maars akkuma dachii irra jirruu tana biqiloota garagaraa magarsuu dandeetti jedhani tilamaaman.
[[af:Mars (planeet)]]

[[als:Mars (Planet)]]
Akkuma Plaaneetota biroo qaamni Maarsiitis bakka gurguddaa sadihitti qoodama. Garuu haga ammaatti qorannoon jabaan godhamee, Qaamman isii kunniin hagam akka dheeratan beekuun hin danda’amne. Haa ta’u malee qorannoon gubbaa Maarsii irratti godhame akka agarsiisutti, furdinni Gubbaa Maarsii bakkaa bakkatti garaagarummaa qaba. Fakkeenyaaf Heemisfeera Kaabaatti Kiloomeetira 35 eega gad qotameen booda jidduun isii mul’ata. Gama Kibbaatti garuu, Jidduu Maarsii argachuudhaaf Koloomeetira 80 qotuun dirqama ta’a. Sababa kanaaf, jidduu fi Wiirtuun isiitis garaagarummaa akkanaa heddu waan qabuuf, qorannoon mirkanaawaan haga ammaa irra gahame hin jiru.
[[am:ማርስ]]

[[an:Marte (planeta)]]
Maars Akkuma dachii fi Plaaneetota biroo ofirras maraa, Aduu irras naannoofti. Maars Ofirra naannooftee xumuruudhaaf, ykn ammoo Maars irratti guyyaan tokko Saa’aa 24 fi daqiiqaa 40 ta’a. dheerinni guyyaa tokkoo kan lafa irra jiraannuutiin walitti dhihaata jechuudha. Garaagarummaan jiru daqiiqama 40 qofa jechu. Gama biraatiin aduu irra naannooftee xumuruudhaaf guyyaa lafaa 686 turti. Yeroo dachiin yeroo 2 aduu irra naannoftee xumurutti dhihaattu, isiin yeroo 1 qofa naannofti jechu. Plaaneetoonni gariin Waqtii akka dachii irraa kan Ganna, bona, Birraa, Arfaasaa jedhamu hin qaban. Yeroon hundi isaan biratti wal fakkaataa dha. Kan Maars garuu akkuma dachii garaagarummaa qaba. Akkuma dachii irratti, yeroo qabbanaa fi yeroo oowwaa jedhaa adda qoqqoodnu, waqtiin Maarsiitis ni jijjiirama. Kan maars garuu waqtiileen jiran dheeraa dha.
[[ang:Tīƿ (planēta)]]

[[ar:المريخ]]
[[Category:Xin-hawaa|lafdimtuu]]
[[arz:مريخ]]
{{DEFAULTSORT:Lafdimtuu ykn marsii}}
[[ast:Marte (planeta)]]
[[Category:Lafjo]]
[[az:Mars (planet)]]
[[Category:Astironoomii]]
[[bar:Mars]]
[[bat-smg:Marsos]]
[[be:Планета Марс]]
[[be-x-old:Марс (плянэта)]]
[[bg:Марс (планета)]]
[[bn:মঙ্গল গ্রহ]]
[[br:Meurzh (planedenn)]]
[[bs:Mars]]
[[ca:Mart (planeta)]]
[[ceb:Mars]]
[[ckb:مەریخ]]
[[co:Marte]]
[[cs:Mars (planeta)]]
[[csb:Mars]]
[[cv:Марс (планета)]]
[[cy:Mawrth (planed)]]
[[da:Mars (planet)]]
[[de:Mars (Planet)]]
[[diq:Mars]]
[[el:Άρης (πλανήτης)]]
[[en:Mars]]
[[eo:Marso (planedo)]]
[[es:Marte (planeta)]]
[[et:Marss]]
[[eu:Marte]]
[[fa:بهرام (سیاره)]]
[[fi:Mars]]
[[fiu-vro:Marss]]
[[fo:Mars (planet)]]
[[fr:Mars (planète)]]
[[frp:Mârs (planèta)]]
[[fy:Mars]]
[[ga:Mars (pláinéad)]]
[[gan:火星]]
[[gd:Corg]]
[[gl:Marte]]
[[gu:મંગળ (ગ્રહ)]]
[[gv:Mart (planaid)]]
[[hak:Fó-sên]]
[[haw:Hōkū‘ula]]
[[he:מאדים]]
[[hi:मंगल ग्रह]]
[[hr:Mars (planet)]]
[[ht:Mas (planèt)]]
[[hu:Mars]]
[[hy:Հրատ]]
[[ia:Marte (planeta)]]
[[id:Mars]]
[[ie:Mars]]
[[ilo:Mars (planeta)]]
[[io:Marso]]
[[is:Mars (reikistjarna)]]
[[it:Marte (astronomia)]]
[[ja:火星]]
[[jbo:mars]]
[[jv:Mars]]
[[ka:მარსი (პლანეტა)]]
[[kk:Қызылжұлдыз]]
[[kn:ಮಂಗಳ (ಗ್ರಹ)]]
[[ko:화성]]
[[ksh:Mars (Planet)]]
[[ku:Behram (gerstêrk)]]
[[kw:Meurth (planet)]]
[[la:Mars (planeta)]]
[[lb:Mars (Planéit)]]
[[li:Mars (planeet)]]
[[lij:Marte (astronomia)]]
[[lt:Marsas (planeta)]]
[[lv:Marss (planēta)]]
[[mg:Mars (fajiry)]]
[[mk:Марс]]
[[ml:ചൊവ്വ (ഗ്രഹം)]]
[[mn:Ангараг]]
[[mr:मंगळ ग्रह]]
[[ms:Marikh]]
[[mt:Marte (pjaneta)]]
[[mwl:Marte]]
[[my:အင်္ဂါဂြိုဟ်]]
[[mzn:مریخ]]
[[nah:Chīchīlcītlalli]]
[[nds:Mars (Planet)]]
[[ne:मंगलग्रह]]
[[nl:Mars (planeet)]]
[[nn:Planeten Mars]]
[[no:Mars (planet)]]
[[nov:Mars (planete)]]
[[nv:Máaz]]
[[oc:Mart (planeta)]]
[[os:Марс (планетæ)]]
[[pa:ਮੰਗਲ ਗ੍ਰਹਿ]]
[[pam:Mars]]
[[pl:Mars]]
[[pms:Mart (pianeta)]]
[[pt:Marte (planeta)]]
[[qu:Awqakuq]]
[[rm:Mars (planet)]]
[[ro:Marte (planetă)]]
[[ru:Марс (планета)]]
[[sah:Марс]]
[[scn:Marti (pianeta)]]
[[sco:Maurs]]
[[se:Mars]]
[[sh:Mars]]
[[simple:Mars]]
[[sk:Mars]]
[[sl:Mars]]
[[sq:Marsi]]
[[sr:Марс]]
[[stq:Mars]]
[[su:Mars]]
[[sv:Mars (planet)]]
[[sw:Mirihi]]
[[szl:Mars]]
[[ta:செவ்வாய் (கோள்)]]
[[te:అంగారకుడు]]
[[tg:Миррих]]
[[th:ดาวอังคาร]]
[[tl:Marte]]
[[tr:Mars (gezegen)]]
[[ug:مارس]]
[[uk:Марс (планета)]]
[[ur:مریخ]]
[[uz:Mars]]
[[vi:Sao Hỏa]]
[[wa:Måss (planete)]]
[[war:Mars]]
[[wuu:火星]]
[[xal:Мигмр]]
[[yi:מאדים]]
[[zh:火星]]
[[zh-classical:火星]]
[[zh-min-nan:Hoé-chheⁿ]]
[[zh-yue:火星]]

Foyyeeffata reefuu hanga 05:11, 28 Amajjii 2024

The planet Mars as seen by the Hubble Space Telescope

Marsiin ykn Arraasaa ykn Goofoo (mallattoo: ♂) aduu irra planet affuraffa irratti argamtuu dha.lafjon tun maqaa “lafjo Diimtuu”(Red Planet) jedhamuun beekamti. Ummata Masriitu Maqaa kana isiif moggaase. Warri Chaaynaa ammoo Urjii diimtuu jedhanii waaman. Lafatti aanuudhaan Aduu irraa fageenyaan sadarkaa Afraffaa irratti kan argamtu yoo taatu, xiqqeenyaan ammoo Meerkuriitti aantee lammaffaa irratti argamti. lafjo tanaaf Maqaa Maars jedhu kana ammoo warra Roomaatu itti moggaase. Mars jechuun akka amantii worra roomaatti, gooftaa waraanaa jechuudha. Dachii irra jiraannu malee maqaan plaaneetoota kanaan dura argamanii hundi isaaniituu Afaan Roomaa irraa moggaafaman.